Skip to main content

Requesting Oromo leadership convention and Global Gumii Oromia to work together

23 Comments

W
Wako Rova
8 years ago

Tokko ta'aa

A
Abdiisaa Jiraa
9 years ago

This is so critical we get right and learn how to work together as one people regardless of political views.

T
Teshome Dime
9 years ago

beekkamtii dhunfaaf dhiisnee qabsoo galmaan ga'uuf haa hojjetnu

A
Abdi nuressa
9 years ago Featured

If we the diaspora really care about our people, our Kayyo or our ego shouldn't come first. Our people should come first!!

H
Hamu Ebiso
9 years ago

Unity is strengths.

Z
Zaki
9 years ago

Jajabadha waali gala yaa oromoo yeroon tan waliratti duulan oso hin tane tan gamtaan waalif birmatan tayyuu qaba obbollewwan abbooti akkasuma obboletin akka hin caalifne dhimma kana irratti

Y
yadera S Ifa
9 years ago

Oromoon yeroo amma roorroo sabummaa irraa jiru sabummaan human tokkoon qindaa'ee qolachuu qaba. Kanaaf isinis karaa gaarii irra imalaa.

G
Gadisa
9 years ago

I appreciate my ethnic groups becouse they are friendly and tewoutst people

F
Falmii-Haqaa
9 years ago

Agree 100% with the wreeten msg!

A
Adam Dade
9 years ago

Oromo kaan duraa caalaa ammaa wajiim hijachuu fedhii otto hun tanee dirqaamaa.

J
Jibril musa
9 years ago

Maaloo isin haa gahuu kan kana dura wal qoccolaa turtan,amma booda yaada tokkorratti waliif galaatii gara fuulduraatti socho'a!

A
Anonymous
9 years ago Featured

Korri bakka lamatti tahuun rakkoomiti,rakkoon olola walrratti oofudha,waldiqqeessuudha,tiyya qofaan haataatuudha kun Oromoo keessaa hafuu qaba ykn yaada walii waliif kabajuun waan Ummataaf tolu dalagutu irra wayyaadha;Ummanni keenna lafarraa xurruqii bahee malitti galanii hogganann!Kun dhaabbachuu qaba!

G
Gezahegn Fikre
9 years ago

I'm very sad to see all my brother and sister killed by resist government

B
Baati Ayana
9 years ago

Mee seena hojjennaa kottaa walitti deebi'aa walumaan hojjedhaa.

H
Habtamu negashe
9 years ago

I am sad

J
Jeylan Kassim
9 years ago

Diina ilmaan Oromoo lafarraa duguugaa jiru dhiisanii ofii waliin morkuuni fi wal dura dhaabbachuun salphina. Hatattamaan waliin hojjachuu qabu. Warri Gumii walgahii DC irraa akka hin hafne... kan Yaa'ii DClleen akka Minnnesota irraa hin oolle itti dhaammanna!!!

Y
Yusuf Ahmed
9 years ago

Qaamni shiraa deemu yoomillee hin milka'u

T
Terecha Damesse
9 years ago

Tokkummaan humna

D
Dandana Bafkane
9 years ago

This is the final call to save our country. Orherwise you contribute against the very existence of our homeland and history will may judge you one day.

T
Tolchaa Huseen
9 years ago

Tokko ta'uu qaban. Kan dide innuu qurxii beeke