Skip to main content

Requesting Oromo leadership convention and Global Gumii Oromia to work together

23 Comments

M
mohammedabdallaa
9 years ago

tokummaa tokummaa tokuman kaudha qabinaa

M
Mohammed Ismail
9 years ago

Tokko tahuun dirqama tokkummaa Tokkummaa yaa ilmaan Oromo tokkummaa Tokkummaan huumna

F
Fiixaa Mootii
9 years ago Featured

Humna Oromoo isa diinni afaan qawweetiin adda facaasu caalaa nama gaddisiisa masaanuu wal deemuun akkasii. Kanaaf maallaqa Oromootiin bakka 2tti galma walgahii kireeffachuun, tikkeeta xiyyaaraa yeroo 2 kutachuun, dhimma ummata tokkoo wajji hojjachuu mannaa humna qoodameen kophaa kophaa jaatanaahuun alagaa yoo gargaare malee Oromoof bu'aa tokko hin fidu. Kanaaf sagalee mormii fi iyyata ummataa caqasuun haalaan barbaachisaadha. ~FM